Karoora Guyyaa 40 Bishaani
Karoora Guyyaa 40 Bishaani
Karooraa waggaa Haroo ykn Eela qotuu 160 yoo ta’u Raawwiin
hanga mma jiru 73 (46%) yoo ta’u kan hafe 87 guyyootta
dhufan 40 keessatti kan rawwattamu ta’a.
Karooraa waggaa Maallaqa hirmanna ummatta w/qabu
Qarshii 2,250,000 yoo ta’u Raawwiin hanga mma jiru 936,545
(42%) yoo ta’u kan hafe Qarshii 1,313,455 guyyootta dhufan
40 keessatti kan rawwattamu ta’a
Karooraa waggaa Suphaa Gurguddaa Buuftalee bishaan
gaggeessuu 120 yoo ta’u Raawwiin hanga mma jiru 91 (75%)
yoo ta’u kan hafe 30 guyyootta dhufan 40 keessatti kan
rawwattamu ta’a.
Karooraa waggaa Geemoowwan fooyya’aa qoraan qusatan gosa
adda addaa raabsuu 17,750 yoo ta’u, Raawwiin hanga mma
jiru 11,453 (64%) yoo ta’u kan hafe 6,297 guyyootta dhufan
40 keessatti kan rawwattamu ta’a.