Labsii 241 Bara 2014
Labsii 241 Bara 2014
MAGALATA OROMIYAA
L µ E p ‰ Z Më ¦
MEGELETA OROMIA
Gatiin Tokkoo .............. Qarshii 10 To’annoo Caffee Mootummaa Naannoo Lak. S. Poostaa ......... 21383-1000
Oromiyaatiin Kan Bahe
የአ¿«è ”¶ ....................... ብር 10 £Þ.Q.e¼Y ...............21383-1000
Unit Price .......................... Birr 10 l‰ZMë¦ wN?^© ŒGF”í L¿·Rr
uÚô *aT>Á ºmf}r £’» P.O.Box ....................... 21383-1000
QABIYYEE ማውጫ CONTENT
Labsii Lak. 241/2014 አዋጅ ቁጥር 241/2014 Proclamation No. 241/2021
Labsii Gurmaa’ina, Hojimaata, Naamu- Proclamation No. 241/2021, A Proclama-
በኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት የጨፌ አባላት
sa Miseensotaa fi Sirna Walgahii Caffee tion Amended to Redefine the Organiza-
አደረጃጀት፣ አሠራር፣ ሥነ-ምግባርና የስብሰባ
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra tion, Duty, Conduct of the Members and
Deebiidhaan Murteessuuf Bahe, Lakk. ሥነ- ሥርዓትን እንደገና ለመወሰን የወጣ Meeting Procedures of the ‘Caffee’ of the
201/2009 Fooyyeessuuf Bahe, Lakkoofsa አዋጅ ቁጥር 201/2009 ለማሻሻል የወጣ አዋጅ Regional State of Oromia, No.201/2017 ..
241/2014 ...........................................Fuula 1 ቁጥር 241/2014 ...............................ገጽ 1 ...........................................................Page 1
Labsii Gurmaa’ina, Hojimaata, በኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት የጨፌ አባላት Proclamation No. 241/2021, A Proc-
Naamusa Miseensotaa fi Sirna Wal- አደረጃጀት፣ አሠራር፣ ሥነ-ምግባርና የስብሰባ
lamation Amended to Redefine the
gahii Caffee Mootummaa Naannoo Organization, Duty, Conduct of the
Oromiyaa Irra Deebiidhaan Mur- ሥነ- ሥርዓትን እንደገና ለመወሰን የወጣ Members and Meeting Procedures
teessuuf Bahe, Lakk. 201/2009 Fooyy- አዋጅ ቁጥር 201/2009 ለማሻሻል የወጣ አዋጅ of the ‘Caffee’ of the Regional State of
eessuuf Bahe, Lakkoofsa 241/2014 ቁጥር 241/2014 Oromia, No.201/2017
ሐሳብ ያቀርባል፡፡
Labsii Lak. 241/2014 Fuula 8 አዋጅ ቁጥር 241/2014 ገጽ 8 Proclamation No. 241/2021 Page 8
16) Keewwata 52 Keewwanni 16) አንቀጽ 52 ንዑስ አንቀጽ 4 ተሰርዞ 16) Sub article 4 of Article 52 repealed
Xiqqaan 4 haqamee kan kanatti and replaced by the following:
በሚከተለው ተተክቷል፡
aanuun bakka bu’ee jira: 52(4)’ The committee shall follow,
52(4)’ Korichi karooraa fi raawwii 52(4)’ኮሚቴው የሚከተሉት አካላትን
control; examine the plan and
hojii qaamolee armaan gadii ni የሥራ እቅድና ክንውን
hordofa; ni to’ata; ni qorata: report of the following organs:
ይከታተላል፣ይቆጣጠራል፣ይመረምራል፡ (a) Urban and Housing Development
(a) Biiroo Misooma Magaalaa fi
Manneenii; (ሀ) የከተማና ቤቶች ልማት ቢሮ፤ Bureau;
(b) Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi (ለ) የሥራ ዕድል ፈጠራና ሙያ ቢሮ፤ (b) Job Opportunity Creation and
Ogummaa; Vocational Bureau;
(c) Biiroo Daldalaa; (ሐ) የንግድ ቢሮ፤
(c) Trade Bureau;
(d) Biiroo Investimantii fi Industirii; (መ) የኢንቨስትመንትና እንዱስትሪ ቢሮ፤
(e) Abbaa Taayitaa Konistiraak- (d) Investment and Industry Bureau;
(ሠ) ኮንስትራክሽን ባለስልጣን፤ (e) Construction Authority;
shinii;
(f) Ejensii Geejjibaa; (ረ) ትራንስፖርት ኤጀንሲ፤ (f) Transport Agency;
(g) Ejensii Mirkaneessa Gahumsa (ሰ) የሙያ ብቃት ማረጋገጫ ኤጀንሲ፤ (g) Occupational Competency
Ogummaa; Assurance Agency;
(ሸ) የከተሞች ፕላን እንስቲትዩት
(h) Inistiitiyuutii Pilaanii
(h) Urban Planning Institute.
Magaalootaa. 17) አንቀጽ 53 ተሰርዞ ቀጥለው ያሉ
17) Keewwanni 53 haqamee keew- 17) Article 53 is repealed and and
አንቀጾች ተጠጋግቶ የሚነበቡ ይሆናል
wattoonni itti aanan walitti siiqa- the subsequent Articles are here-
nii kan dubbifaman ta’a. 18) የአንቀጽ 53 ርዕሰ ተሰርዞ በሚከተለው by rearranged accordingly.
18) Mata dureen Keewwata 53 haqa- ተተክቷል፡፡ 18) The title of Article 53 is repealed
mee kan kanatti aanuun bakka and replaced by the following.
53’ የበጀት እና የመንግስት ንብረት ቁጥጥር
bu’ee jira:
53’ Budget and Governmental As-
53’ Koree Dhaabbii Dhimma Baa- ጉዳይ ቋሚ ኮሚቴ
jataa fi To’annoo Horataalee set controling Affairs standing
19) አንቀጽ 53 ንዕስ አንቀጽ 1 ተሰርዞ
Mootummaa Committee
በሚከተለው ተተክቷል፡፡ 19) Sub article 1 of Article 53 is re-
19) Keewwata 53 Keewwanni Xiqqa-
an 1 haqamee kan kanatti aanu- 53(1)’የመንግስት በጀት እና ሀብት ቁጥጥር pealed and replaced by the fol-
un bakka bu’ee jira: lowing:
ጉዳይ ቋሚ ኮሜቴ መሰረታዊ
53(1)’ Kaayyoon bu’uuraa Koree 53(1)’The main purpose of Public Bud-
Dhaabbii Dhimma Bajataa fi ዓላማው የመንግስት ፖሊሲዎች፣
get and Asset Controlling Affairs
To’annoo Horataalee Mootum- ስትራቴጂዎች፣ፕሮግራሞች ፤ህጎች
maa imaammattoota, tarsii- Standing Committee is to en-
እና የመንግስት ገቢና ወጪ እቅዶችን sure that the implementation of
moolee, sagantaalee, seerotaa fi
karoorawwan galii fi baasii Moo- አስመልክቶ የወጡ መተግበራቸውን እና government policies, strategies,
tummaa ilaalchisee bahan diriir- የክልሉ ገቢ በተገቢው ሁኔታ መሰብሰቡ programs, laws and government
famuu fi galiin naannichaa sir- revenue and expenditure plans is
naan walitti qabamee eegamuu እንዲሁም መንግስት የመደበዉ በጀት
properly funded by the state and
isaa; baajanni Mootummaan ra- በህግ እና በፋይናንስ ስርአት ተጠብቆ
madu seeraa fi sirni faayinaansii that the budget allocated by the
ለተፈለገው አገልግሎት ብቻ መዋሉን፤
eegamee tajaajila barbaadame government is used only for le-
qofaaf ooluu isaa; akkasumas እንዲሁም የመንግስት ልማት ድርጅቶች gal purposes. They also monitor
dhaabbileen misoomaa moo- የተቋቋሙለትን አላማ እና ተልዕኮ and supervise the development
tummaa kaayyoo fi ergama hun- of public enterprises to achieve
እንዲያሳኩ መከታተል እና መቆጣጠር
deeffamaniif akka milkeessan
their goals and mission.
hordofuu fi to’achuudha. ናቸው፡፡
Labsii Lak. 241/2014 Fuula 9 አዋጅ ቁጥር 241/2014 ገጽ 9 Proclamation No. 241/2021 Page 9
20) Keewwata 53 Keewwata Xiqqaa 20) ከአንቀጽ 53 ንዑስ አንቀጽ 2 (በ) ቀጥሎ 20) Next to sub article 2(j) of Article
2(j)tti aanee Keewwattoonni 53, new articles are added as fol-
የሚከተሉት አዳዲስ አንቀጾች ተጨምሯል፡
haaraa armaan gadii dabala-
lows:
manii jiru: (ተ) የመንግስት ልማት ድርጅቶች ፖሊሲዎች፣
(k) Imaammata, tarsiimoo, karo- (k) Ensuring public enterprizes poli-
ስትራቴጂዎች፣ እቅድና የስራ አፈጻጸም
oraa fi raawwiin hojii dhaabbilee cies, strategies, plan and work re-
misooma mootummaa kallattii በሚፈለገው አቅጣጫ ስራ ላይ ውሎ
port are implemented as necces-
barbaadamuun hojii irrra oola- ለተቀመጠለት ግብ ማስፈጸማቸው፤ sary and fulfulling the goal kept.
nii galmoota kaa’aman galmees-
sisuu isaanii; (ቸ) ኮሚቴው ክትትል በሚያደርግባቸው (l) Follow up, control and give rec-
(l) Hojiiwwan misooma bu’uuraa ሴክተሮች የሚከወኑ መሠረታዊ የልማት ommendation on basic develop-
yookiin pirojeektootaa seekta- ment activities or projects done
ሥራዎች ወይም ፕሮጀክቶች በፍጥነት፣
roota Korichaan hordofamaniin by sectors followed by that com-
raawwataman karaa saffisa, ga- በብቃት፣ኢኮኖሚያዊ እና ውጤታማ
mittee that they are performed
humsa, dinagdummaa fi bu’aa
በሆነ መንገድ እየተፈጸመ መሆኑን in a speed, competent, econom-
qabeessa ta’een raawwtamaa ji-
raachuu isaanii ni hordofa; ni ይከታተላል፣ይቆጣጠራል፣የመፍትሄ ical and efficient manner.
to'ata; yaada furmaataa ni dhiy- ሐሳብ ያቀርባል፡፡ 21) Article 53 sub article 4 is re-
eessa.
21) አንቀጽ 53 ንዑስ አንቀጽ 4 ላይ የተደነገገዉ
pealed and replaced as follow:
21) Keewwata 53 Keewwanni
Xiqqaan 4 haqamee kan kanatti 53(4)’ The Committee shall follow,
ተሰርዞ በሚከተለው ተተክቷል፡፡
aanuun bakka bu’ee jira: control and examine the plan
53(4)’ Korichi karooraa fi raawwii 53(4)’ ኮሚቴዉ የሚከተሉትን መስሪያ ቤቶች
and work report of the following
hojii qaamolee armaan gadii ni ዕቅድ እና የስራ አፈጻጸም ይከታተላል፣ organs:
hordofa; ni to’ata; ni qorata:
(a) Biiroo Dhaabbilee Misoomaa ይቆጣጠራል፣ ይገመግማል፡፡ (a) Public Enterprize Bureau;
Mootumma; (ሀ) የመንግስት ልማት ድርጅቶች ቢሮ፤ (b) Finance Bureau;
(b) Biiroo Maallaqaa; (c) Revenue Bureau;
(ለ) ገንዘብ ቢሮ፤
(c) Biiroo Galiiwwanii; (d) Plan and Development Commission;
(d) Komishinii Karooraa fi (ሐ) ገቢዎች ቢሮ፤
(e) Geda Special Economic Zone
Misoomaa;
(መ) ዕቅድ እና ልማት ኮሚሽን፤
(e) Abbaa Taayitaa Zoonii Diinag- Authority;
dee Addaa Gadaa; (ሠ) ገዳ ልዩ የኢኮኖሚ ዞን ባለ ስልጣን፤ (f) Precurement and property dis-
(f) Ejensii Bittaa fi Dhabamsiisa Qa- (ረ) ንብረት ግዥ እና ማስወገድ ኤጀንሲ፤ posal Agency;
beenyaa;
(ሰ) ጠቅላይ ኦዲተር መ/ቤት (g) Office of Auditor General
(g) Mana Hojii Odiitara Muummichaa.
22) Mata dureen Keewwata 54 haqa- 22) The title of Article 54 is repealed
22) የአንቀጽ 54 ርዕስ ተሰርዞ በሚከተለው
mee kan kanatti aanuun bakka and replaced as follows:
ተተክቷል፡፡
bu’ee jira: 54’ Women and Social Affairs
54’ Koree Dhaabbii Dhimma Dubar- 54’ የሴቶችና ማህበራዊ ጉዳይ ቋሚ ኮሚቴ Standing Committee
tootaa fi Hawaasummaa
23) አንቀጽ 54 ንዑስ አንቀጽ 1 ተሰርዞ 23) Article 54 sub article 1 is repealed
23) Keewwata 54 Keewwanni Xiqqa-
an 1 haqamee kan kanatti aanu- በሚከተለው ተተክቷል፤ and replaced as follow:
un bakka bu’ee jira:
Labsii Lak. 241/2014 Fuula 10 አዋጅ ቁጥር 241/2014 ገጽ 10 Proclamation No. 241/2021 Page 10
54(1)’Kaayyoon bu’uuraa Koree 54(1)’ የሴቶችና ማህበራዊ ጉዳይ ቋሚ ኮሚቴ 54(1)’ The main objective of Women and
Dhaabbii Dhimma Dubartootaa መሠረታዊ ዓላማ ማህበራዊ ጉዳይን Social Affairs Standing Commit-
fi Hawaasummaa imaammat-
የሚመለከቱ ፖሊሲዎች፣ስትራቴጂዎች፣ tee is to ensure that the policies,
toonni, tarsiimoolee, seeronnii fi
sagantaaleen dhimma misooma ህጎችና ፕሮግራሞች ስራ ላይ በመዋል strategies, laws and programs
hawaasummaa sirnaan hojiir- የክልሉ ማህበረሰብ ከሚሰጠው ግልጋሎት related to social affairs are im-
ra oolanii hawaasni naannichaa plemented and that the regional
ተጠቃሚ መሆኑን ማረጋገጥ፤ ሴቶች
tajaajila kennamaa jiru irraa
fayyadamaa ta’uu isaa mirkan- ህጻናትና ወጣቶች በመደራጀት በሕገ community benefits from the
eeffachuu; dubartoonni, daa’im- መንግስቱ የተከበረላቸዉን መብቶች services provided; To ensure
mannii fi dargaggoonni mir- that women, children and youth
በተሟላ ሁኔታ ተጠቃሚ ለመሆን
goota Heera Mootummaatiin
are organized and able to play a
isaaniif eegame guutummaad- በፖለቲካ፣በኢኮኖሚ እና ማህበራዊ
haan fayyadamoo ta’uuf hir- እንቅስቃሴዎች ዉስጥ ጉልህ ድርሻ significant role in political, eco-
maannaa siyaasaa, dinagdee fi nomic and social activities in or-
እንዲኖራቸዉ የሚያስችል ሁኔታ
hawaasummaa keessatti gahee
መፈጠሩን ማረጋገጥ ነው፡፡ der to fully enjoy their constitu-
ol’aanaa akka qabaataniif haalli
isaan dandeessisu uumamuu isaa 24) ከአንቀፅ 54 ንዑስ አንቀፅ 2(ሸ) tional rights.
mirkaneeffachuudha. ቀጥሎ የሚከተሉት አዳዲስ አንቀፆች 24) Next to Article 54 sub article
24) Keewwata 54 Keewwata Xiqqaa 2(h), the following new Articles
ተጨምሯል፡፡
2(h)tti aanee Keewwattoonni
haaraa armaan gadii dabala- (ቀ) በሴቶች እና ሕፃናት ላይ ጉዳት are added.
manii jiru: የሚያደርሱ ሕጎችና ልማዳዊ ድርጊቶች (i) Ensuring that measures are tak-
(i) Seeronnii fi barmaatilee miidhaa en to laws and harmful practices
እንዲቀሩ አስፈላጊ የሆኑ እርምጃዎች ስለ
dubartootaa fi daa’imman irra
geessisan akka hafan tarkaanfiin መወሰዳቸዉ፤ that endanger women and chil-
barbaachisaa ta’e fudhatamuu isaa; (በ) የተለያዩ ሕጎች ሲደነገጉ በፆታ ለይ dren.
(j) Seeronni adda addaa yammuu (j) Ensure that wether the newly en-
ተመሰርተዉ ከሚፈፀሙ አድሎዎች
bahan loogii koornayaa irraa
ነፃ መሆናቸዉን፣ የሴቶች፣ ወጣቶችና acted laws consider gender bias;
bilisa ta’uu isaanii, mirgootaa fi
faayyadamummaa dubartoot- ሕፃናት መብትና ጥቅም ግንዛቤ ዉስጥ respect the rights of women,
aa, dargaggootaa fi daa’immanii ስለማስገባታቸዉ፣ youth and children.
ilaalcha keessa kan galchan ta’uu
(ተ) የሴቶች፣ ወጣቶችና ሕፃናት መብቶች (k) Esure that the rights of women,
isaanii;
(k) Mirgoota dubartootaa, dargag- አስመልክቶ በሁሉም መሥሪያ ቤቶች youth and children are applied in
gootaa fi daa’immanii ilaalchisee ዉስጥ ስራ ላይ መዋላቸውና መደበኛ all government sectors and make
hojiileen manneen hojii hunda it regular duty.
ስለመሆናቸዉ፤
keessatti hojjetamaa jiraachuu fi
idilaa’uu isaanii; (ቸ) ሴቶችና ወጣቶች በማህበረሰቡ ውስጥ (l) Ensure the participation of wom-
(l) Hirmaannaa dubartoonnii fi በሁሉም አቅጣጫ ያላቸዉን ተሳትፎ en and youth in all direction;
dargaggoonni gama hundaan cause measurement is taken to
ማሳደግ የሚያስችሉ እርምጃዎች
hawaasa keessatti qaban tarkaan-
increase their participation.
fiileen ol guddisuu dandeessisan እየተወሰዱ ስለ መሆናቸዉ፤
fudhatamaa jiraachuu isaanii; (ኀ) በስፖርት የሰለጠነ እና ብቃት ያለዉ (m) Ensure a skilled and competent
(m) Humna namaa ispoortiin leenji’ee human power in sport.
የሰዉ ኃይል ማፍራቱን፤
fi gahumsa qabu horatamuu isaa;
(ነ) በክልሉ ዉስጥ የወጣቶች ማዕከል (n) Ensure that there is youth center
(n) Naannicha keessatti giddugalli
dargaggootaa fi iddoon oolmaa is- እና የስፖርት ማዘወተሪያ እየተሟላ and ample sporting place in the
poortii guutamaa jiraachuu isaa; ስለመሆኑ፤ region.
Labsii Lak. 241/2014 Fuula 11 አዋጅ ቁጥር 241/2014 ገጽ 11 Proclamation No. 241/2021 Page 11
(o) Horataaleen mootummaa ho- (ኘ) ለሥራ የተመደቡ የመንግስት ሐብቶች (o) Ensuring public assets are well
jiif ramadaman seeraa fi sir- implemented according to the
ሕግና የተዘረጋውን ሥርዓት ማዕከል
na diriiree bu’uura godhatanii laws and procedures and taking
kaayyoo yaadameef ooluu isaanii አድርጎ ለታሰቡት አላማ መዋላቸውን፤
measurement against the inter-
fi bu’aa argannoowwan odiitii በውስጥ እና በውጪ ኦዲት ግኝት
keessaa fi alaa dhiyaatan irrat- nal and external audit result by
ውጤት ለይ ጉዳዩ የሚመለከተው ኃላፊ
ti qaamni yookiin hoogganaan the concerned leader.
እርምጃ ስለመውሰዱ፤
dhimmi ilaallatu tarkaanfii fud- (p) Follow up, control and give rec-
hachuu isaa; (አ) ኮሚቴው ክትትል በሚያደርግባቸው ommendation on basic develop-
(p) Hojiiwwan misooma bu’uuraa ሴክተሮች የሚከወኑ መሠረታዊ የልማት ment activities or projects done
yookiin pirojeektootaa seekta-
ሥራዎች ወይም ፕሮጀክቶች በፍጥነት፣ by sectors followed by that com-
roota Korichaan hordofamaniin
raawwataman karaa saffisa, ga- በብቃት፣ኢኮኖሚያዊ እና ውጤታማ mittee that they are performed
humsa, dinagdummaa fi bu’aa በሆነ መንገድ እየተፈጸመ መሆኑን
in a speed, competent, econom-
qabeessa ta’een raawwtamaa ji- ical and efficient manner.
ይከታተላል፣ይቆጣጠራል፣የመፍትሄ
raachuu isaanii ni hordofa; ni 25) Article 54 sub article 4 is re-
to'ata; yaada furmaataa ni dhiy- ሐሳብ ያቀርባል፡፡
pealed and replaced as follow.
eessa. 25) አንቀፅ 54 ንዑስ አንቀፅ 4 ተሰርዞ
54(4)’The committee shall follow up,
25) Keewwata 54 Keewwanni xiqqa- በሚከተለዉ ተተክቷል፡፡
an 4 haqamee kan kanatti aanu- control and examine the plan
un bakka bu’ee jira: 54(4)’ኮሚቴዉ የሚከተሉትን አካላት and work report of the following
54(4)’ Korichi karooraa fi raawwii ዕቅድና የሥራ አፈፃፀም ይከታተላል፣ bodies:
hojii qaamolee armaan gadii ni ይቆጣጠራል፣ ይመረምራል፡፡ (a) Health Bureau;
hordofa; ni to’ata; ni qorata: (b) Education Bureau;
(ሀ) ጤና ቢሮ፤
(a) Biiroo Faayyaa; (c) Cultural and Tourism Bureau
(b) Biiroo Barnootaa; (ለ) ትምህርት ቢሮ፤
(d) Communication Bureau;
(c) Biiroo Aadaa fi Turizimii; (ሐ) ባህልና ቱሪዝም ቢሮ፤
(d) Biiroo Kominikeeshinii; (e) Labor and Social Affairs Bureau;
(መ) ኮሙኒኬሽን ቢሮ፤
(e) Biiroo Dhimma Hojjetaa fi Ha- (f) Women and Children’s Affairs
waasummaa; (ሠ) የሠራተኛና ማህበራዊ ጉዳይ ቢሮ፤ Bureau;
(f) Biiroo Dhimma Dubartootaa fi (ረ) ሴቶችና ህፃናት ጉዳይ ቢሮ፤ (g) Youth and Sport Bureau
Daa’immanii; (h) Tourism Commission;
(ሰ) ወጣቶችና ስፖርት ቢሮ፤
(g) Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii;
(ሸ) ቱሪዝም ኮሚሽን፤ (i) Oromo Research Institute;
(h) Komishinii Turizimii;
(i) Inistiitiyuutii Qorannoo Oromoo; (ቀ) ኦሮሞ ምርምር ኢንስቲትዩት፤
(j) Oromia Broadcasting Network;
(j) Oromiyaa Biroodkaastiingii (k) Oromo Cultural Center.
(በ) ኦሮሚያ ብሮድካስቲንግ ኔትዎርክ፤
Neetworkii; 26) Article 56 and 57 repealed and
(ተ) ኦሮሞ ባህል ማዕከል፡፡
(k) Giddugala Aadaa Oromoo. the subsequent articles read re-
26) Keewwattoonni 56 fi 57 haqamanii 26) አንቀፅ 56 እና 57 ተሰርዞ የሚከተሉት
arranged as follow:
keewwattoonni itti aanan walitti አንቀፆች ተጠጋግተዉ የሚነበብ ይሆናል፡፡ 27) Article 55 is repealed and re-
siiqanii kan dubbifaman ta’a.
27) Keewwanni 55 haqamee kan
27) አንቀፅ 55 ተሰርዞ በሚከተለዉ ተተክቷል፡፡ placed as follows:
kanatti aanuun bakka bu’ee jira: 55’ በዚህ አዋጅ አንቀፅ 50-54 የተደነገገ 55’ Notwithstanding to the provi-
55’ Labsii kana Keewwata 50-54 ቢኖርም የሥራዉ ሁኔታ የሚጠይቅ sions of this proclamation Ar-
jalatti kan tumame yoo jiraatel- ticle 50-54, if necessary any
ከሆነ ማንኛዉም ኮሚቴ የማንኛዉንም
lee, haalli hojii isaa kan gaa- committee shall examine the
fatu taanaan Koreen kamiyyuu የመንግስት አካል የሥራ አፈፃፀም
performance of any Government
akkaataa raawwii hojii qaama መመርመር ይችላል፡፡
Mootummaa kamiyyuu qora- body.
chuu ni danda’a.
Labsii Lak. 241/2014 Fuula 12 አዋጅ ቁጥር 241/2014 ገጽ 12 Proclamation No. 241/2021 Page 12
28) Keewwata 58titti aanee Keew- 28) ከአንቀጽ 58 ቀጥሎ አዳዲስ አንቀዖች 28) Next to Article 58 the follow-
wanni haaraa akka armaan ga- እንደሚከተለዉ የተጨመረ ሲሆን ing new articles are added and
diitti kan dabalamee yoo ta’u, the subsequent articles shall
ቀጥለው ያሉ አንቀፆች ተሸጋሽገው
keewwattoonni itti aanan walja- be read as being rearranged by
laa siiqanii kan dubbifaman ta’a. የሚነበቡ ይሆናል፡፡ moving away from each other.
59’. Gurmaa’insa Miseensota Caffee 59’. የጨፌ አባላት አደረጃጀት በምርጫ ክልል 59.’ ‘Caffee’ members Organization
Sadarkaa Naannoo Filannoo at constituency level.
ደረጃ
1) Miseensonni Caffee umma- 1) The members of the ‘Caffee’
ta isaan filateetti dhiyaachuun 1) የጨፌ አባላት የመረጧቸውን ሕዝብ
will be organized at the constit-
yaada, gaaffii fi komii ummanni በመቅረብ ያላቸውን ሐሳብ፣ ጥያቄ እና uency level by approaching the
qabu dhaggeeffachuun sadark-
ቅሬታ በመስማት በየደረጃው መፍትሔ people they have elected, listen-
aan fala akka argatu taasisuu fi
እንዲያገኙ በማድረግና በመንግስት ing to their opinions, questions
hojiilee gurguddoo Mootum-
and grievances, resolving issues
maan raawwataman umma- የሚከናወኑ አንኳር ሥራዎች ለሕዝብ
ta biraan gahuuf gurmaa’insa
at all levels, and disseminating
በማድረስ በምርጫ ክልል ደረጃ አደረጃጀት key government activities to
sadarkaa Naannoo Filannootti
kan qabaatan ta’a. የሚኖራቸው ይሆናል፡፡ the public.
2) Haalli gurmaa’insaa fi hojii, sirni 2) የአደረጃጀት ሁኔታ፣ የክትትል እና 2) Organizational structure, mon-
hordoffii, deeggarsaa fi gabaasaa itoring and supervision duty
የቁጥጥር ሥራ በሚወጣዉ ደንብ
Dambii bahuun kan murtaa’u will be determined by the reg-
የሚወሰን ይሆናል፡፡ ulation to be issued.
ta’a.